Michoota Yihowaa Irraa Baradhu
Seenaa namoota Kitaaba Qulqulluu keessa jiranii fi michoota Yihowaa taʼan irraa baradhu!
Ruut
Ruut michuu ishee jajjabinni barbaachisu kan gargaarte akkamitti?
Eeliyaas
Eeliyaas, wanta gaarii hojjechaa kan jiru isa qofa akka taʼe isatti dhagaʼamee ture. Yihowaan gargaarsa akkamii isaaf godheree?
Mefibosheet
Yeroo dabni sirratti raawwatamutti, akkuma Mefibosheet akkuma gammaddetti itti fufuu kan dandeessu akkamitti?
Yoseef
Obboloonni Yoseef baayʼee isa miidhaniiru. Maarree Yoseef maal godhe?
Iyyaasuu fi Kaaleb
Warri kaan ija jabina utuu hin argatin hafanii, Iyyaasuu fi Kaaleb garuu argachuu kan dandaʼan akkamitti?
Abigaayil
Abigaayil Daawit hamaa irraa akka fagaatuu fi wanta gaarii akka raawwatu kan gargaarte akkamitti?
Dibooraa
Akkuma Dibooraa ija jabeessa taʼuu kan dandeessu akkamitti?
Abeel
Amantii Yihowaa irratti qabdu cimsachuu ilaalchisee Abeel irraa maal barachuu dandeessa?
Ermiyaas
Ermiyaas isa michuu Yihowaa taʼerraa waaʼee ija jabinaa maal barachuu dandeessu?
Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa
Atoo akkuma michoota Yihowaa, jechuunis akkuma Hanaaniyaa, Mishaaʼelii fi Azaariyaa ajajamuu ni dandeessaa?
Dhiifama, filannoowwan ati filatte kan guutu hin jiru.

