BARUMSA KITAABA QULQULLUU BARBAACHISAA TAʼE

Yesuus Kiristoos Waaqayyo Dhaa?

Afaan Oromoo
Yesuus Kiristoos Waaqayyo Dhaa?
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1102020409/univ/art/1102020409_univ_sqr_xl.jpg
ebtv

Yesuus Kiristoos Waaqayyo Dhaa?

Yesuus Kiristoos Waaqayyo Dhaa?

Namoonni hedduun Yesuus nama kamiyyuu caalaa seenaa keessatti nama iddoo guddaa qabu akka taʼetti yaadu. Garuu inni Waaqa Hundumaa Dandaʼu dhaa? Moo namuma gaarii qofa ture?