BARUMSA KITAABA QULQULLUU BARBAACHISAA TAʼE

Mootummaan Waaqayyoo Bara 1914tti Bulchuu Jalqabe

Afaan Oromoo
Mootummaan Waaqayyoo Bara 1914tti Bulchuu Jalqabe
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1102020418/univ/art/1102020418_univ_sqr_xl.jpg
ebtv

Mootummaan Waaqayyoo Bara 1914tti Bulchuu Jalqabe

Mootummaan Waaqayyoo Bara 1914tti Bulchuu Jalqabe

Raajiin Kitaaba Qulqulluu barri 1914 waggaa itti Mootummaan Waaqayyoo samii irratti bulchuu jalqabee fi ‘guyyoonni dhumaa’ itti jalqaban taʼuu isaa kan mirkaneessu akkamitti akka taʼe ilaali.—2 Ximotewos 3:1.