BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO

Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa?

Afaan Oromoo
Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa?
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/502018853/univ/art/502018853_univ_sqr_xl.jpg

Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa?

Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa?

Dhaabbileen amantii hundi dhugaa barsiisuu? Taanaan waaʼee amantii ilaalchi wal faallessu hedduun kan jiraate maaliifi? Waaqeffannaa fudhatama qabu dhiheessaa akka jirru hoo akkamitti beekna?