Afaan Oromoo
Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/502700104/univ/art/502700104_univ_sqr_xl.jpg
mtl

Jireenya Dargaggummaa Koo—Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Jireenya Dargaggummaa Koo—Miidhaa Abbootii Humnaa Dandamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?

Feerinii fi Chaarliin wantoota ulfaatoo isaan mudatan irraa wantoota haala isaan mudatan dandamachuuf isaan gargaaranii fi isaan hin gargaare hubataniiru.