Matumaa Abdii hin Kutatinaa!
Dooriis Waaqayyo maaliif rakkina akka heyyame jettee yaaddi turte. Bakka hin eegamne irraa deebii argatteetti.
Mata Dureewwan Wal Qabatan
Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira Muuxannoowwan Dhugaa Baatota YihowaaKanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Amantiitti Abdii Kutadheen Ture
Toom Waaqayyotti amanuu kan barbaadu taʼus amantii fi barsiifatawwan amantiitti abdii kutatee ture. Kitaaba Qulqulluu qoʼachuun isaa abdii kan isatti hore akkamitti?
MASARAA EEGUMSAA
Gaaffii Hunda Kan Naa Deebisan Macaafa Qulqulluutti Fayyadamaniiti!
Isoolinaa Laameelaa isheen moloksee Kaatolikii, boodammoo Koominiistii turte jireenya lamaanittuu hin gammadne. Yeroo booda, Dhugaa Baatota Yihowaa kan argatte siʼa taʼu, Macaafa Qulqulluurraa kaayyoo jireenyaa itti himaniiru.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU BARBAACHISOO
Waaqayyo Waaqeffannaa Gosa Hundaa ni Fudhataa?
Namoonni hedduun amantiin kee maal iyyuu yoo taʼe jijjiirama hin fidu jedhanii amanu.
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Jalʼina Haqaa Mormuu nan Barbaadan Ture
Raafikaan jalʼina haqaa mormuuf garee warraaqsa geggeessanitti makamtee turte. Haa taʼu malee, Mootummaa Waaqayyoo keessatti nagaa fi haqni akka jiraatu abdii dubbatu Kitaaba Qulqulluu keessaa barachuu dandeesseetti.
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Keenya Eegali
Barumsa Kitaaba Qulqulluu mareedhaan tola kennamu nama tokkoo wajjin baradhu.
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

