Afaan Oromoo
Kaatriin Dhuma Irratti Wanta Barbaadaa Turte, Jechuunis Karaatti Waaqayyoo Wajjin Hariiroo Cimaa Uumuun Itti Dandaʼamu Argatteetti
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/501000012/univ/art/501000012_univ_sqr_xl.jpg
ijwcl mataduree 29

Kaatrii Haarlaa: Wantan Barbaadaa Ture Argadheera

Kaatrii Haarlaa: Wantan Barbaadaa Ture Argadheera

Dubartii jalqabaa Fiinlaandi keessatti luba taatee fi dhuma irratti wanta barbaadaa turte, jechuunis karaatti Waaqayyoo wajjin hariiroo cimaa uumuun itti dandaʼamu argatte.