Jeesan Worlids: Yihowaa Tajaajiluun Milkaaʼina Namaaf Argamsiisa Malee Wanta Nama Dhabsiisu Tokko Illee Hin Qabu
Jeesan yeroo atileetiiksii irratti milkaaʼina guddaa argachaa turetti, fedhii Mootummichaaf dursa kennuuf jecha hojii isaa dhaabeera.
Mata Dureewwan Wal Qabatan
Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira Muuxannoowwan Dhugaa Baatota YihowaaKanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
“Callee Gatii Guddaa Qabu” Argataniiru
Meerii fi Booyoorin dhugaa Mootummichaa karaa adda addaatiin argataniiru. Kun jireenya isaanii kan jijjiire akkamitti?
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Jireenya Koo Keessatti Badhaasa Hunda Irra Caalu
Taphataan teenisii beekamaan tokko tajaajilaa Kitaaba Qulqulluu akka taʼu kan isa kakaase maali dha?
MASARAA EEGUMSAA
Wanta Kam Iyyuu Caalaa Beezboolii Taphachuun Jaalladha Ture!
Saamuʼel Haamiltan jaalala ispoortii beekamaa taʼeen qabamee ture, qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu jireenya isaa jijjiire.
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA
Andirii Nezmaachinii: Waan Hundumaa Caalaa Kubbaa Miilaa Taphachuun Jaalladha Ture
Beekamtii fi maallaqa kan qabu taʼus wanta isa caalaa faayidaa qabu argate.
BARUMSA KITAABA QULQULLUU BARBAACHISAA TAʼE
Michuu Waaqayyoo Taʼuun ni Dandaʼamaa?
Jaarraa hedduudhaaf namoonni Uumaa isaanii beekuun akka isaan barbaachisu isaanitti dhagaʼamaa tureera. Kitaabni Qulqulluun michuu Waaqayyoo taʼuuf nu gargaara. Michummaan akkasii maqaa Waaqayyoo beekuurraa jalqaba.
WAAʼEE KEENYA
Dhufnee Si Haasofsiisnuu?
Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.
KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

