Afaan Oromoo
Godaansa Billaacha Moonaark—Qaamni Kana Tolche Jiraa?
https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/502200116/univ/art/502200116_univ_sqr_xl.jpg
ijwwd mataduree 25

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Godaansa Billaacha Moonaark

Godaansa Billaacha Moonaark

Godaansa billaachi moonaark yeroo yerootti godhu ilaalchisee wantoota dinqisiisoo taʼan baradhu.