QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? Footoosinteesisii BANI Footoosinteesisii Footoosinteesisiin maalidha? Dhiifama, meeshaankee garagalfachuu hin dandeenye. Viidiyoo Kana Buufadhu Mata Dureewwan Wal Qabatan Qaamni Kana Tolche Jiraa? Saayinsii fi Kitaaba Qulqulluu Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? Qola Poomeloo Isa Yeroo Lafa Dhaʼutti Miidhaan Isa Irra hin Geenye—Qaamni Kana Tolche Jiraa? Saayintistoonni dandeettii qolli firii poomeloo dhiibbaa dandamachuuf qabutti fayyadamanii maal hojjechuu barbaadan? QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA? Arraba Adurree—Qaamni Kana Tolche Jiraa? Tarii adurreen yeroo itti dammaqxu keessaa ruubii isaa of miidhagsuun dabarsiti. Of qulqulleessuu irratti dandeettii akkasii akka qabaattu maaltu ishii taasise? BARUMSA KITAABA QULQULLUU BARBAACHISAA TAʼE Hawaan Uumamaan Argamee? Seenaan Kitaaba Qulqulluu waaʼee uumamaa dubbatu dogoggoraan hubatama ykn sheekkoo akka taʼetti ilaalama. Wanti Kitaabni Qulqulluun jedhu amansiisaa dhaa? BIROOSHUROOTAA FI BUUKULEETOTA Jireenyi Uumamaan Argamee? Madda jireenyaa ilaalchisee wanti itti amantu jijjiirama fida. WAAʼEE KEENYA Dhufnee Si Haasofsiisnuu? Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.