Fayyaa Qaamaa fi Sammuu
Jireenya Gaarii
Dhukkuba—Irraa Of Eeguu kan Dandeessu Akkamitti?
Qaamni kee guyyaa guyyaadhaan diinota ijaan hin argamnee fi sagalee hin qabneen, garuu immoo nama ajjeesuu dandaʼanii wajjin waraana irra jira.
Ilaalchi Jijjiirama ni Fida!
Ogummaan Kitaaba Qulqulluu keessaa argamu gammachuu akka qabaattu si gargaaruu dandaʼaa?
Jireenya Fooyyessa—Fayyaa Sammuu
Cimina miira keenya toʼachuuf nu dandeessisu yeroo horannu faayidaa guddaa arganna.
Odeeffannoo Dogoggoraa Irraa Of Eegi
Oduuwwan nama dogoggorsan, gabaasawwan sobaa fi yaadawwan hamminaaf dubbataman hedduu taʼuu isaanii irra iyyuu, miidhaa guddaa si irraan geessisuu illee ni dandaʼu.
Ulfaatina Qaamaa Koo Hirʼisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Ulfaatina qaamaa kee hirʼisuu yoo barbaadde nyaata taʼe tokko dhiisuu mannaa akkaataa jireenyaa fayyaa siif argamsiisu hordofi.
Nyaata Madaalamaa Nyaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Dargaggeessi qaama fayyaa hin qabne yeroo boodas gaʼeessa fayyaa hin qabne taʼa. Kanaaf ammaa kaastee barsiifata nyaata gaarii nyaachuu guddifadhu.
Jireenya Fooyyessa—Fayyaa Qaamaa
Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu fayyaa keenya kunuunsuuf wanta dandeenyu akka goonu nu jajjabeessu.
Dhukkuba Danda'uu
Dhukkuba Akka Tasaa Mudatu Dandamachuu
Haalli fayyaa keetii akkuma tasaa hammaateera taanaan gorsawwan Kitaaba Qulqulluu keessatti argaman kamfaatu si gargaaru?
Dhukkuba Yeroo Dheeraadhaaf Turu yoo Qabaatte Kitaabni Qulqulluun Si Gargaaruu Dandaʼaa?
Eeyyee! Qabxiiwwan sadan dhibee cimaa dandamachuuf si gargaaran ilaali.
Namoota Dhibee Sammuu Qaban Gargaaruu
Nama dhibee sammuu qabuuf gargaarsa gochuun kee jijjiirama fiduu dandaʼa.
Yommuu Dhukkuba Cimaadhaan Qabamtu Jiraachuun Gatii Qabaa?
Namoonni tokko tokko dhukkuba cimaadhaan yommuu qabaman akkamitti akka dandamatan baradhu.
Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 1)
Dargaggoonni afur dhibee fayyaa isaanii dandamachuu fi ilaalcha sirrii qabaachuuf maaltu akka isaan gargaare ibsaniiru.
Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 2)
Muuxannoo dargaggoota utuma dhibee fayyaa cimaa taʼe qabanii ilaalcha gaarii qabaatanii jiraachuu baratanii dubbisi.
Dhibee Fayyaa Akkan Qabu Yoon Beeke Maalan Godha? (Kutaa 3)
Muuxannoon dargaggoota sadii akkamitti akka dandamattu beekuuf si gargaaruu dandaʼa.
‘Dhukkuba Koo Irratti Xiyyeeffachuu Hin Barbaadu’
Iliisaan dhukkuba hin fayyine akka dandamattuu fi yeroo tokko tokko immoo dhukkubsattuu taʼuu ishee iyyuu akka irraanfattu kan ishee gargaare maali dha?
Hir'ina Qaamaa Danda`uu
Waaqayyoon Tajaajiluun Dawaa Isaaf Ta’eera!
Oneesmas, dhibee ostiyoojenasis imparfektaa ykn dhibee lafeen salphaatti akka cabu godhuu wajjin dhalate. Abdiin Waaqayyo kenneefi Macaafa Qulqulluu keessa jiru kan isa jajjabeesse akkamitti?
Harkaan Qaqqabuudhaan Jiraachuu
Jeemsi Riyaan erga dhalatee jalqabee gurri isaa hin dhagaʼu; yeroo boodas iji isaa ni jaame. Jireenyi isaa kaayyoo kan qabaate akkamitti?
Yeroo Baayʼee Na Barbaachisuttan Abdii Argadhe
Miiklosh Leeks, umurii isaa waggaa 20tti, balaa gaddisiisaa isa mudateen naaf taʼe. Macaafni Qulqulluun gara fuulduraa ilaalchisee abdii dhugaa akka argatu kan isa gargaare akkamitti?
Kunuunsa
Kitaabni Qulqulluun Warri Keenya Yommuu Dullooman Kunuunsuu Ilaalchisee Maal Jedha?
Kitaabni Qulqulluun fakkeenya namoota amantii akkas godhanii qabateera. Gorsa hojii irra ooluu dandaʼuu fi warra kunuunsa godhan gargaarus qabateera.
Mucaan Keessan Dhukkubsataa Yoo Taʼe
Rakkina si mudachuu dandaʼu sadiifi Macaafni Qulqulluun akkamitti akka si gargaaru qori.
Abbaan Ykn Haati Koo Yoo Dhukkubsatan Hoo?
Dargaggoota keessaa haalli akkasii kan mudate si qofa miti. Dargaggoota lama akka dandamatan wanta isaan gargaare baradhu.
Namni Jaallattan Dhukkuba Duʼaaf Nama Saaxiluun Yeroo Qabamu
Miseensoonni maatii nama dhukkuba duʼaaf nama saaxiluun qabame sana jajjabeessuu kan dandaʼan akkamitti? Namoonni kunuunsa kennan miira yeroo dhukkubsachiisan isaanitti dhagaʼamu dandamachuu kan dandaʼan akkamitti?
Dhukkubaa fi Haalawwan
Dhukkuba Sukkaaraa—Carraa Dhukkuba Kanaan Qabamuu Hirʼisuu Ni Dandeessaa?
Namoota sukkaarri dhiigasaanii keessatti baayʼate keessaa parsantiin 90ni baayʼachuusaa hin beekan.
Dhukkuba Gaggabdoo Ilaalchisee Wanta Beekuu Qabdu
Waaʼee dhukkuba karaa dogoggora taʼeen hubatamu kanaa bari.
Alarjiin Nyaataa fi Nyaanni Sifaaʼuu Diduun Garaa Garummaan Isaanii Maali Dha?
Ofiin of yaaluun balaa qabaa?
Waaʼee Busaa Wanta Beekuu Qabdu
Bakka busaan dafee dafee itti kaʼu kan jiraattu ykn deemuuf kan yaaddu yoo taʼe of eeguu ni dandeessa.
Rakkoowwan Yommuu Laguun Dhaabatu Mulʼatan Dandaʼuu
Atis taate michoonnikee waaʼee mallattoowwan yeroo laguun dhaabachuuf jedhu mulʼatanii baruun keessan, rakkoowwan kanaa wajjin wal qabatan moʼuuf si gargaara.
Dhiphina
Dhiphina Sammuu Ilaalchisee Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?
Dhiphinni sammuu namoota kan hubu maaliif akka taʼeefi Macaafni Qulqulluun miira akkasii moʼuuf kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe baradhu.
Maaliifan Jiraadha?
Namni tokko duʼa akka michuutti akka ilaalu kan isa godhu maal taʼuu dandaʼa?
Yommuu Jireenyi Garmalee Ulfaataa Fakkaatu
Rakkinni akkamii iyyuu yoo jiraate, jiraachuun gatii qaba.
Dargaggoonni Maaliif Dhiphatu?—Furmaanni Isaa hoo Maali Dha?
Mallattoo fi wanta sababii taʼuu dandaʼu baradhu. Wanta warris taʼe namoonni kaan gargaaruuf gochuu dandaʼan baradhu.
Ilaalcha Sirrii hin Taane Qabaachuu Irraa Fagaachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Yaadawwan armaan gadii kana hordofuudhaan ilaalcha gaarii horachuu barachuu ni dandeessa.
Dargaggoonni Baayʼeen Dhibee Sammuutiif Saaxilamaa Jiru—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
Kitaabni Qulqulluun dargaggoota dhibee sammuu wajjin walʼaansoo gochaa jiran ni gargaara.
Maaliifan Qaama Koo Mura?
Of miidhuun, rakkina dargaggoota hedduu ti. Barsiifata akkasii qabda yoo taʼe akkamitti gargaarsa argachuu dandeessa?
Yeroon Dhiphadhu Kitaabni Qulqulluun Na Gargaaruu ni Dandaʼaa?
Wantoota Waaqayyo dhiphina nutti dhagaʼamu akka dandamannu gargaaruuf arjummaadhaan kennu sadii.
Kitaabni Qulqulluun Namoota Of Ajjeesuu Yaadaa Jiran Kan Gargaaruu Akkamitti?
Kitaabni Qulqulluun namoota duʼuu barbaadaniif gorsa hojii irra ooluu dandaʼu akkamii kenna?
Yaaddoo fi Dhiphina
Dhiphina Toʼachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
Gorsi qabatamaa fi caqasoonni Kitaaba Qulqulluu dhiphina hin barbaachisne toʼachuuf si gargaaran kam faʼi?
Dhiirota Dhiphatan Kitaabni Qulqulluun Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?
Dhiphinni rakkina ‘yeroo addaa baayʼee rakkisaa taʼe’ kana keessatti yeroodhaa gara yerootti dabalaa deemu dha. Dhiphachaa jirta yoo taʼe, gama kanaan Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu ni dandaʼaa?
Kophummaa Dandamachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
Yeroo kophaa kee taatutti abdii fi gammachuu argachuu kan hin dandeenye fakkaachuu dandaʼa; garuu akkas miti.
Dhiibbaa Dhibee Daddarbaan Fidu Dandamachuu
Of eeggachuu baannaan suutuma suuta qajeelfama COVID-19 hordofuuf fedhii dhabuu jalqabuu dandeenya.
Dhiphina Moʼuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
Qajeelfamoota hojiirra ooluu dandaʼanii fi dhiphina moʼuuf, tariimmoo hirʼisuuf si gargaaruu dandaʼan muraasa ilaali.
Dhiphina Damdamachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Karaa dhiphinni sitti dhagaʼamu akka si miidhu utuu hin taʼin akka si fayyadu gochuuf si gargaaru jaʼa.
Kitaabni Qulqulluun Dhiphina Dandamachuuf Si Gargaaruu ni Dandaʼaa?
Dhiphinni jireenya ilmaan namootaa keessatti waanuma eegamu taʼeera. Dhiphina irraa walaba taʼuun ni dandaʼamaa?
Kitaabni Qulqulluun Yaaddoo Ilaalchisee Maal Jedha?
Yaaddoo inni sirriin nu fayyada; inni dogoggoraa immoo nu miidha. Damdamachuu kan dandeessu akkamitti?
Akka in Bututne Gochuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
Haalli kun akka uumamu kan godhu maali dha? Haala akkasiitiif saaxilamtee jirtaa? Taanaan maal gochuu dandeessa?
Wanta Hin Dandaʼamnen Of Irraa Eegaa?
Garaagarummaa wanta siif dandaʼame gochuu fi wanta hin dandaʼamne gochuuf yaaluu akkamitti ibsita?
Miira Sodaa Moʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
Malawwan sadii caalaatti nageenyi akka sitti dhagaʼamu gochuu dandaʼu.
Yaalii Fayyaa
Dhiiga Fudhachuu Ilaalchisee Wanta Doktooronni Jedhan
Dhugaa Baatonni dhiiga waan hin fudhanneef balaaleffatamaa turaniiru. Ogeessonni fayyaa tokko tokko ejjennoo nuti qabnu kana akkamitti ilaalu?